መነሻ ገጽ Uncategorized HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN| Dhimma ijoo gurguddoo torbee 10ffaa
Uncategorized

HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN| Dhimma ijoo gurguddoo torbee 10ffaa

አጋራ
አጋራ

👉👉 Gaalchiwaan

👉👉 Qaabxiiwaan

👉👉 Qaabxii walfaana galmeesisu waalayiita dicha

👉👉 Karaan injiifaano isaa dhabatee maqaale 70 enderta

👉👉 Injiifanootii kan deebi’aan Bulchinsa maagaala adaama fi bulchinsa maagaala walqiixee

👉👉 Muujiib qaasim kara galchii galchuu isaatti deebi’eera

👉👉 Taphata dargagoo midhaa wal faana kessumesaa jiru

👉👉 Kareega bulchinsa maagaala bahardar cardii dimaa ariifachiisa ligii keesumese

👉👉 Xaalaya koomi federeshinif galche

 

Taphawan pirimiriligi itoopiiyaa torban 10ffaa taphotaa shanin xumuramera.
taphaawan ijoo toorban kan keesaa rawwataman akka arman gaditti essinif dhiiheesiina.

 

Gaalchiwaan

Toorban kaanan akka waligaalati gaalchiwan 13 lakkofsiifamaniruu. kuunis toorban darbee kessa kudhaa sadin gadhii buu’eera. gaalchiin kudha sadii kun taphaatota adadatin kan lakkofsiifamedha. Taphata gaalchi baayee gaalcha jiru mujib kasim kilaaba siidaam bunaa irrati gaalchi daakika 10ffa errati galche galchii ariifachisa torbe kana tate lakkofsifamteti. taphaata fuad feraja kilaaba hadiya hossan errati galchi dakika 90 irrrati galchee booda irraati gaalte tatee lakkofsiifamtetii.

Qaabxiiwaan

Taphaatoni laamma walqiixa xumuraamaniru. Taphooni kanen haffan wall moo’achundha xumuramaniruu. garren shaan galchii malee adda bahaniru

Qaabxii walfaana galmeesisu waalayiita dicha

Toorban sadetafatii diire saatin sihul shireedhan 2-0 erga muu’atamani boodee.
Leenjisaa essani waalin adda kan baahan garren kannisa xonna lenjisaa itti anaatin samuel dachaasa kaaleessa dursa ligicha maqalee 70 enderta muu’aachudhan injiifanoo walfana laammafaa galmesisaniruu.

Karaan injiifaano isaa dhabatee maqaale 70 enderta

Duursaan liigiicha maqalee 70 enderta injiifanoo walitii anaan booda walaayita dichaatin qaatamuramera. maqalen taphaa kanan gaalchi otto hin gaalmesisin baheera

Injiifanootii kan deebi’aan Bulchinsa maagaala adaama fi bulchinsa maagaala walqiixee

Rakkootta hin hiikaamnee injiifaanoo irraa faagatee kan turee bulchinsa maagaala adaama ammaas raakkoo essa waalin kilaaba haadiya hoosana 2-0 injiifachun kara injiifaano essaa jalqaabera. Kaaraa waalfaakataa taa’een qaabxiii dhaabinsa kessa kan ture lenjiisaa deg’aregin kan duursamuu bulchinsa maagaala walqixee galchi basadiki sechoo galchen qaabxii walfana dhaabu irraa gaarra enjiifaanooti deebi’uu dandandera.

Muujiib qaasim kara galchii galchuu isaatti deebi’eera

Fasil kanamatif galchiiwan gaalchudhan kilaabin essa taphoota irraa qaabxii qaabate baahuu kan godhaa jiru muujiib qaasim dhengadhaa gara maaqaleeti dheemani kilaaba sihul shire waalin taphaatan irraa galchi otto hin galchin hafusa ni yadaatama. Hadha sidama buna irraati galchin galche kilaabin essa qaabxii qaabate baahu issan alaa liigichati gaalchi galchu isaa deebi’uu fi galchii ollana liigicha ta’ee. Mujib galchii 10 galchii ollaana duursa jiira

 

Taphata dargagoo midhaa wal faana kessumesaa jiru

Wal faanan midhaa kessumesa jiru taphatan daargago bulchinsa maagaala hawasa mesfin tafesen midhaa issaa baayanate taphaa sabata walin hiiriree taphachuu danda’uus tumuramu taphiicha irrati midhaa milaa issaa irratti qaqaben anbulansidhan yalii dhabalataf garaa hospital demera. midhan issaa hanga mal akka ta’ee fi hanga meeqaa dirree irraa hafuu hin beekamne.

Kareega bulchinsa maagaala bahardar cardii dimaa ariifachiisa ligii keesumese

Bahardar tapha torbee 10ffaa gara finfinee deme kidus giiyoorgis walin taphate 1-0 injiifatamun jiraa yaadatama. eegaa taphicha duran ligichan waantii harra ta’ee tokko keesumesera. Karegan bahardar harisen hasu taphicha dura galus hoo’iifatan boda uffata gedarani boodee garaa taphiichati ottu gaalu jedhanu abban sericha tediros mitikuu uffataa keesaan uffatee akka basuu itti himanifi diidee uffachu esaattin taphiichi jalqaabamun dura cardi dimaati dirre irra ariyamera. akka serichati ittii anaa kareegaa tsihon mawrid eddee issa gaale taphatera.

Xaalaya koomi federeshinif galche

Wuulwalo adiigrat yuunivarsiitiin taphaa torbe 9ffaa iraatti bahardar walin taphatani 3-2 injiifatamun issani ni yaadatama. Wuulwalo adiigrat yuunivarsiitiin abba seeraani fi ulfiina sportin dhiibaa naara gaahera jedhe bara kaanan federeshini kuba mila itiiyoopiyaaf koomi issaa ergee kessa issaa jalqaaba taa’e

 

አጋራ

አስተያየት ይስጡ

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

ተዛማጅ ጽሑፎች
Uncategorized

FIFA temporarily lifts transfer ban on St. George

Saint George's has had its transfer ban imposed by FIFA temporarily lifted...

Uncategorized

29ኛ ሳምንት የዲሲፕሊን ውሳኔዎች

የዲሲፕሊን ውሳኔዎች ዳግም ወንድሙ (ሀዲያ ሆሳዕና) : ክለቡ ከ መቐለ 70 እንደርታ...

Uncategorized

ሀይለየሱስ ባዘዘው ከዳኝነት አለም ራሳቸውን አገለሉ

ሀያ አምስት አመታቶችን በዳኝነት ያገለገሉት ዶ/ር ሀይለየሱስ ባዘዘው ከዳኝነት አለም በይፋ ማቆማቸውን...

Uncategorized

ወልዋሎ ወደ ግማሽ ፍፃሜው ማለፉን አረጋገጠ

በኢትዮጵያ ዋንጫ የሩብ ፍፃሜ የሁለተኛ ቀን መርሀግብር ወልዋሎ ዓ/ት ዩኒቨርስቲ በመለያ ምት...