Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Oromiyaa yaa’ii idilee 1ffaasaa taasisuun waggoottan itti aanan 4f Pirezidentii fi koree hojii raawwachiistuu ta’uun kan tajaajilan filate..
Magaala Adaamaa Galma Hoteela Maafiitti yaa'ii idilee jalqabaasaa…
Kilabni Bulchiinsa Magaala Finfinnee yeroo 7ffaaf walitti aansuun qabxii gate
Liigichi taphoota torban 25ffaa booda boqonnaaf adda bahuuf…
Qidduus Giyoorgiis imala Shaampiyoonummaaf tarkaanfii tokko gara fuulduraatti
tapha Beetkiingii Pireemiyeer Liigii Itoophiyaa torban 21ffaatiin Hawaasaa…
HATRIIK Afaan Oroomiffan| Qabxiilee torbee 12ffaa(galchiiwwan galaniifii qabxiilee galmaa’an)
Galchiiwwan galan Taphoota primeerliigii Itoophiyaa torbee 12ffaa…
HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN| Dhimmoota gurguddoo torbee 11ffaa (karra eegdota)
Karra eegdota ilaalchisee dhimmoota ka'an keessaa Wandosan…
HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN| Dhimmoota gurguddoo torbee 11ffaa (taphattoota)
Taphni torbee 11faa piriimeerliigii Itoophiyaa roobiifi jimaata…



