መነሻ ገጽ ETHEPL Qidduus Giyoorgiis imala Shaampiyoonummaaf tarkaanfii tokko gara fuulduraatti
ETHEPLEthiopiaOduu HATRIIKOduu ispoorti oromooዜናዎች

Qidduus Giyoorgiis imala Shaampiyoonummaaf tarkaanfii tokko gara fuulduraatti

አጋራ
አጋራ

tapha Beetkiingii Pireemiyeer Liigii Itoophiyaa torban 21ffaatiin Hawaasaa wajjin kan morkatan Faradoonni galchiiwwan 3 roobsuun injifachuun garaa garummaa morkattoota isaanii wajjin qaban daran bal’ifatanii guluffiisaanii itti fufaniiru. Qidduus Giyoorgisiif Kana’aan Maarkinah daqiiqaa 17ffarratti galchii dursa isaan qabsiistu lakkoofsisuun boqonnaa yoo bahan. boqonnaa booda taphataan sarara fuulduraasaanii Amaanu’eel Gabramiikaa’eel daqiiqaa 54ffaarratti Madihaanee Birhaaneen immoo daqiiqaa 58ffaarratti garee ofii irratti galchii lakkoofsisuun Faradoonni miillasaanii gara fuulduraatti butatanii bahani.

Sa’aatii 9:00 irraa jalqabuun morkii taasifameen Adaamaan Buna Sidaamaa wajjin qabxii qooddachuun gar gar bahaniiru. Galchiiwwan garee lamaanii garaa garummaa turtii dhiphootiin yoo lakkaawwaman Adaamaaf daqiiqaa 44ffaarratti Abubakar Wandimmuun Sidaamaaf immoo Salahaaddiin Sa’iid daqiiqaa 45ffarratti galchii lakkoofsiseen wal kabajanii bahaniiru.morkiiwwan kaleessa taasifamaniin Jimmaa Abbaa Jifaar BaaharDaariin galchii 2-0n Raayyaan Ittisaa immoo Buna Itoophiyaatiin garaa garummaa bal’aa galchii 4-0n injifachuusaanii Hatriik kutaa Afaan Amaariffaan isin biraan gahee ture.Taphoonni Beetkiingii Pireemiyeer Liigii Itoophiyaa borus itti fufuun kan taphataman yoo ta’u Aarbaa Miinc Wal qixxee wajjin sa’aatii 9:00 irraa kaasuun Dirree Dhowaan Sabbataa wajjin sa’aatii 12:00 irraa jalqabuun kan morkatan ta’a.

አጋራ

አስተያየት ይስጡ

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

ተዛማጅ ጽሑፎች
ዜናዎችየኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግየጨዋታ ዘገባ

ሲዳማ ቡና የሊጉን መሪነት ሲያጠናክር ኤሌክትሪክ እና አፄዎቹም አሸንፈዋል

በሊጉ የሳምንቱ የሁለተኛ ቀን ጨዋታ ሲዳማ ቡና ፣ ኢትዮጵያ ኤሌክትሪክ እና ፋሲል...

ዜናዎችየኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግየዲሲፕሊን ውሳኔዎችዲሲፕሊን ውሳኔ

የዲሲፕሊን ውሳኔዎች

ገዛኸኝ ደሳለኝ (ሸገር ከተማ) : ክለቡ ከ ኢትዮጵያ ቡና ጋር ባደረገው የ26ኛ...

ዜናዎችየኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግየጨዋታ ዘገባ

የሊጉ መሪ ሲዳማ ቡና በዝናባማው ጨዋታ በመቻል ሲረታ የጣናው ሞገድም አሸንፏል

እጅግ በከባድ ዝናብ ታጅቦ በተደረገው ጨዋታ መቻል የሊጉን መሪ ሲዳማ ቡናን 3ለ1...

ዜናዎችየኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግየጨዋታ ዘገባ

ሀድያ ሆሳዕና ፣ ፋሲል ከነማ እና ወላይታ ድቻ ወሳኝ ድል አግኝተዋል

በሊጉ የሳምንቱ የሁለተኛ ቀን መርሀግብር ሀዋሳ ከተማ ወደ ሊጉ መሪ የሚጠጋበትን ዕድል...