መነሻ ገጽ ETHEPL HATRIIK Afaan Oroomiffan| Qabxiilee torbee 12ffaa(galchiiwwan galaniifii qabxiilee galmaa’an)
ETHEPLHATRIIK AFAAN OROOMIFFANOduu HATRIIKOduu ispoorti oromoo

HATRIIK Afaan Oroomiffan| Qabxiilee torbee 12ffaa(galchiiwwan galaniifii qabxiilee galmaa’an)

አጋራ
አጋራ

 

Galchiiwwan galan

Taphoota primeerliigii Itoophiyaa torbee 12ffaa taphatamaniin waliigalatti galchiiwwan 24 kangalan yoota’u kunis kan torbee darbeerra galchii 8’n caalee argameera. Taphattoonni 20 yoogalchan yoota’u kannin keessaa 16 taphattoota adda addaatiin galani. Iyyoob Alamaayyoo, Ahmad Huseen, Abeel yaalaw, fi geetaanee kabbadaa galchiiwwan lama lama galchuu danda’anii jiru. Galchii ariifattuu torban kanaa kan lakkoofsise Iyyoob Alamaayyooti sekoondii 48ffaarratti. Galchii duubatti hafee gale kanta’emmoo fetsum gabramaariyaamiifi saaliif fofaanaa daqiiqaa 81ffaa irratti galchanidha.galchiiwwan lama rukkuttaa peenaalitiitiin tokkommoo galchii offitti gale ta’ee galmaa’eera. Galchiiwwan sadiimmoo taphattoota biyya alaatiin galan turani.

 


Qabxiiwwan galmaa’an

Taphoota torbee kana gaggeeffaman hundaanuu injifannoo kilaboota abbaa dirreetiin xumuramani. Kilaboonni ja’a dirree isaaniitiin ala taphatan karra garee faallaa isaaniitti osoo hingalchin deebi’aniiru.taphni galchii baay’ee keessummeessemmoo tapha qiddus goorgisiifi buna sidaamaa yoota’u waliigalatti galchiin 8 galmaa’eera. Taphni sadiimmo qabxii walfakkaataa 3=0 tiin xumurame jira.gareen lamammo galchii tokko qofa galchanii injifannoon xumuranii jiru. Walqixxeen injifannoo walitti aansuu yero saddaffaaf yoo gonfatu bunni Itoophiyaammo walitti aansee yeroo lammaffaaf injifatameera.hadiyyaa hosaanaan gara injifannootti dhufuuf ammas rakkoo keessa jira.

አጋራ

አስተያየት ይስጡ

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *