መነሻ ገጽ HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN ​​HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN| Dhimmoota gurguddoo torbee 11ffaa (taphattoota)
HATRIIK AFAAN OROOMIFFANOduu HATRIIKOduu ispoorti oromoo

​​HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN| Dhimmoota gurguddoo torbee 11ffaa (taphattoota)

አጋራ
አጋራ

 

Taphni torbee 11faa piriimeerliigii Itoophiyaa roobiifi jimaata godhameera. Haluuma kanaan nutis dhimmoota sochii taphattootaa bu’uura godhachuun isiniif kaafnee turre.

 

Saadiq seechoo

Bulchiinsi magaala walqixee kilaba sadarkaa dhumaarratti argamu hadiyaa hosaanaa dirreen ala yeroo moo’atu. Yeroo dhihoo asitti ga’umsa dinqisiisaa kan agarsiisaa jiru saadiq seechoo galchii galchee injifannoo walitti aansaa akka galmeessisuuf ga’ee guddaa taphateera. Torbe darbes gareen isaa akka moo’uuf galchiin inni dirreedawaatti galche qabxii 6 walqixxeen argachuu qabu milkeesuuf gumaacha guddaa qabdi.

 

 


Aleliny Azzanaa

Bulchiinsi magaala hawaasaa dirreesaatti walaayitta gaafa moo’atu daqiiqaa 93ffaatti galchii galcheen qabxii 3 akka argatan godheera.

 


Addis gidey
Galchii baayyee galchuun dorgommii keessa kanjiru taphataan kun tapha kaleessaarratti galchii 2 galchuun alatti carraawwaan goolii hedduun akka uumamaniif gahee guddaa bahachaa ooleera.

 


Muhiddiin muusaa

Jifataan dargaggeessi dirreedawaan bulchiinsa magaala sabbataa galchii inni ittiin moo’ate kan galche yoota’u tapha walittaansaa lamarratti galchii galchuu danda’eera. Ga’umsa gaarii agarsiisuun karra qiddus goorgiisittis galcheera.


Okiikii Afolaabii

Torbee slagaffattii galchii kan jalqabe okiikiin torbee 11ffaatti rukkuttaa peenaalitii fashaleessus galchii galchuun maqaleen dursummaatiin akka ittifufu taasiseera.


Mujiib qaasim

Galchii baayyee galchuun liigicha dursaa kanjiru taphataan kun ga’umsa isaa gidduu gidduuti dhabaa kanjiru yoota’u tapha Jimmaa Abbaajifaar waliin gadhan irrattis osoo hin milkaa’in hafeera.

አጋራ

አስተያየት ይስጡ

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *