መነሻ ገጽ HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN ​​​​HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN| Dhimmoota gurguddoo torbee 11ffaa (karra eegdota)
HATRIIK AFAAN OROOMIFFANkarra eegdotaOduu HATRIIKOduu ispoorti oromoo

​​​​HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN| Dhimmoota gurguddoo torbee 11ffaa (karra eegdota)

አጋራ
አጋራ

 

Karra eegdota ilaalchisee dhimmoota ka’an keessaa

Wandosan Ashannaafii

Dhabamuu mintasinoot alootiin hiriira dhaabbataatti kan dhufe karra eegaan kun tapha kaleessaarratti rukuttaa peenaaliitti okiikii fashaleessus alatti kubbaawwan galuu danda’an lama deebisuun gareesaa galchii dabalataarraa baraareera.


Jaafar daliil

Torbee sadan darban ga’umsa olaanaarra kan ture karra eegaan kun tapha sidaamaa waliin godhameen galchii 5 keessumeesseera . Akka gareetti walwaaloon dadhabaa ta’uun isaani qodaa qabaatus sochiin inni godhaature dadhabaa ture.


Saamaakii Mikaa’eel

Karra eegaa cimaa faasil kanta’e saamaakiin kaleessa gareen isa qabxii qooddatus taphoota walitti aanan lamaan darbaniif karra isaa galchiirraa baraaruu danda’eera

 

አጋራ

አስተያየት ይስጡ

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *