መነሻ ገጽ HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN| Liigii ollaanaf ogeesaa leenjii fooyyessu leenjistoota jaalqabame
HATRIIK AFAAN OROOMIFFANየኢትዮጵያ እግር ኳስ ፌዴሬሽን

HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN| Liigii ollaanaf ogeesaa leenjii fooyyessu leenjistoota jaalqabame

አጋራ
አጋራ

 

Fedareshiinin kuubaa milaa itoopiiyaa fi waalda kuubaa milaa iingiiliizii walliin taahun leenjiistota liiigii ollaanaf ogeesaa leenjisaa fooyyeesu hadhaa amaajii 18/2012 staadiiyoomi fiinfiineti keenamu jaalqaabame. Leenjiichi waaldaa kuubaa milaa iingiiliizii irra ergaaman laaman leenjiichii kenemaa jiraa. Leenjiichii guyyoota 5niif kan tuuru taa’a

Leenjiichaa guurmesuudhan kan argaaman feedariishini kuubaa milaa itiiyoopiiyaa ogeessaa teekniikaa daariktaara kan taa’an obbo mekonin keeru qaabiinsa leenjiicha akkana jedhaanii yaadha nu keenaaniru “leenjiin kun leenjisotata kubba milaa waaliin qaaban ameeyeesuf fii biilcheesuf doorgomii irraati ogeesaa gaa’a akka argatan tasisuufii leenjii kaanan leenjiistoota 36 kaan hiirmaatan eegaama.” leenjiin kaana kan keena jiiraan miisteer lesi haaw fi miisteer piiter aguustiin (international and regional coaching instructor) dha.

አጋራ

አስተያየት ይስጡ

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

ተዛማጅ ጽሑፎች
ቅዱስ ጊዮርጊስዜናዎችየኢትዮጵያ እግር ኳስ ፌዴሬሽንፊፋ

ፊፋ ቅዱስ ጊዮርጊስ ላይ ጥሎት የነበረውን የዝውውር ዕገዳ በጊዜያዊነት አነሳ

ቅዱስ ጊዮርጊስ በአራት የቀድሞ ተጫዋቾች ቀርቦበት በነበረው ክስ በፊፋ ጥሎበት የነበረው የተጫዋቾች...

ዜናዎችየኢትዮጵያ እግር ኳስ ፌዴሬሽንየኢትዮጵያ እግርኳስ ዳኞች ማህበርየኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግ

ኢንተርናሽናል አርቢትር ማኑኤ ወ/ጻዲቅ ከአዳማ ተሰናበተ

በኣትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግ ውጤት ለዋጭ ስህተት ሰርቷል የተባለውን ኢንተርናሽናል አርቢትር ማኑኤ ወ/ጻዲቅ...

ዜናዎችየኢትዮጵያ እግር ኳስ ፌዴሬሽን

አሰልጣኝ ኤርሚያስ በቀለ እግርኳስ ፌዴሬሽኑን ከሰሰ…

አሰልጣኝ ኤርሚያስ በቀለ /ሮማሪዮ/ መብቴን ጥሷል ያለውን የኢትዮጵያ እግርኳስ ፌዴሬሽንን በመደበኛ ፍርድ...