መነሻ ገጽ HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN ​​HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN| Dhimmoota gurguddoo torbee 17ffaa (taphattoota)
HATRIIK AFAAN OROOMIFFANOduu HATRIIKየኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግ

​​HATRIIK AFAAN OROOMIFFAN| Dhimmoota gurguddoo torbee 17ffaa (taphattoota)

አጋራ
አጋራ

👉👉 Tapnii eegama galchii malee xumurame.

👉👉kidus geyorgis taphota lammaa walitti ansee yoo mo’atamu barana kan jalqaabati

👉👉Bulchinsi magaala adama bara yeroo jelqabaf diire essa alaa mu’atee

👉👉Mujib qaasim taphoota sadii waliti ansee galchi ittuu galchin baheera

👉👉Salaadin sa’iid degartotan rukutame

👉👉Galchiwan

👉👉Qaabxiiwan

👉👉Galchii ollana galchan


🔑Tapnii eegama galchii malee xumurame.

Tapha istaadiyoomi tiigray irratti makale 70 inderta fi bulchinasa magala bahardari waliin taphatan galchii malee xumuraamera. Degartootni bulchinsaa magala bahardarii garee essani degaruuf garaa makale yamuu senan degartoota makale 70 indartaa irraa siimana adda godhaniruf. Erga tapnii xumuramees booda afeera irbatta godhameraaf. Siimanan akana kun jajabeefamu qaaba.

🔑kidus giiyorgis taphota lammaa walitti ansee yoo mo’atamu barana kan jalqaabati

Leenjisaa isaa fi iitti anna isaa hoji irra dhoorku isaatin taphatoota moxano hin qabnen galee taphaa kan godhee kidus giiyorgiis dakika 34ffaa iraatti galchii aschalew girmaa galchen muu’atamera. Torben duraa kidus giiyorgis bulchinsa magaala walkiteetin muu’atamun issa kan yaadatamudha.


🔑Bulchinsi magaala adama bara yeroo jelqabaf diire essa alaa mu’atee

Sababa adaabbi fedareshiiniitin taphoota lamma diiree isaan alaa kan taphaatu bulchinsii magaala walkitee bulchinsa magaala adaamatin 2-0 muu’atamera. Bulchinsi magaala adama barana yeroo jelqabaf diire essa alaa yamuu muu’atuu kun kan jalqaabati. kanaan markinaa fi barakat destaatu galchii galani lamaanin Bulchinsi magaala adaama muu’atee


🔑Taphootni 5 qaabxii walkiixan xuumuraman

Taphoota toorbe kanan godhaaman 8 kessaa taphooni 5 walkiitan xuumuramaniru. Kun amoo liigiichii jalqabame hanga torbee 17ffaatti taphoota daanu walkiitan yamuu xuumuraman kun isaa jalqaabati.

Mujiib qaasim taphoota sadii waliiti ansee galchi ittuu galchin baheera

Taphaatan sarara fulduraa faasil kanamaa galchiiwan 14 galchuudhan duursaa jiruu muujib qaasim taphoota sadii waliiti ansee galchi ittuu galchin baheera. Taphaa toorbe 14ffaa faasil kanamaa kiilaba kidus giiyorgis taphatan 2-2 walkiixaa bahaan iratti galchii kan galchee taa’uun isaa ni yadaatama

Salaadin sa’iid degartotan rukutame

kidus giiyorgis taphaa bulchinsa magaala sabata walin goodhen muu’atamera. Degartooni kilabaa kidus giiyorgis lammaa taphataa fulduraa kan taa’e salaadin saa’iidin rukutaniruu. Salaadin saa’iidii dakika 62ffaa iraatti abaa sera taphiichatiin kaardi diimatin diree irraa ariiyatamera. Kaardi kenamuu isaatin kan arree taphaatichi dawiitii taphaatoni uffataa gedaran buuke jiruu rukutuudhan miidhaame gara hoospital betazat deeme yaalamera.

🔑Galchiiwan

Torbee 17ffaa iraatti galchiiwan 10 galaniiru. Kun jechun amoo galchiiwan 1.25 giidu galesaan galaniiru. Torbee darbee galchii galaan irraa 17n gadii bu’eera. Galchiiwan 10 taphatoota adda addatiin galanii. Galchin kenan markinee dakika 5ffaa iraa kan galee galchii ariifasiisa ta’eera taphatan jimmaa abba jifar ermiiyas hailu dakika 90ffaa iraa galche amoo galchii boodati hafa galtetii

🔑Qaabxiiwan

Taphoota 8 kessaa 5 walkiixaa tumuramaniru tapnii sadii walmu’achuudhan tumuramaniru. taphoota torbee kana qaabxiiwan isaani kan armaan gadiiti

Sadarkaa gareewani

Sadarkan kiilabota torbe 18ffaa kana fakkata

Galchii ollana galchan

Taphaatan sarara fuldura faasil kenamaa mujib qasim galchii 14 yoo dursu habtamuu gezahanyii fii adiis gidaay buna siidama iraa biiruk bayanee bulchinsa magaala hawasa iraa fiitsuum alemu bulchinsa magaala bahardar fi bayee gazahanyii walayita dichaa galchii walkiixaan 9liin dursa jiru

አጋራ

አስተያየት ይስጡ

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

ተዛማጅ ጽሑፎች
ዜናዎችየኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግየጨዋታ ዘገባ

አዳማ ከአስር ፈረሰኞቹ ከሦስት እና ነብሮቹ ከአራት ጨዋታዎች በኋላ አሸንፈዋል

በሊጉ የሳምንቱ የመክፈቻ ቀን ጨዋታ አዳማ ከተማ በጎል ደምቆ ሲያሸንፍ ቅዱስ ጊዮርጊስ...

ዜናዎችየአዲስአበባ እግርኳስ ፌዴሬሽንየኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግ

ውጤት ለውጠዋል የተባሉት ሁለት ዳኞች ወደ መጡበት እንዲመለሱ ተደረገ

በዮሴፍ ከፈለኝ በወልዋሎ እና ነገሌ አርሲ ጨዋታ ላይ ውጤት ለውጠዋል የተባሉ ሁለት...

ዜናዎችየኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግ

የ30ኛ ሳምንት የዲሲፕሊን ውሳኔዎች

የዲሲፕሊን ውሳኔዎች መናፍ ዐወል (አዳማ ከተማ): ከታች በተጠቀሱት 5 ጨዋታዎች የቢጫ ማስጠንቅቂያ...

ዜናዎችየኢትዮጵያ ፕሪሚየር ሊግየጨዋታ ዘገባ

የሊጉ መሪ በመድን ሲሸነፍ የጣና ሞገዶች እና ሰጎኖቹ ድል ቀንቷቸዋል

በሊጉ የሳምንቱ የማሳረጊያ ቀናት ሦስት ጨዋታዎች በኢትዮጵያ መድን ፣ ባህርዳር ከተማ እና...